Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee baga ayyaana Iid Alfaxiriin isin gahe jechuun egaa dabarsan - ENA Afaan Oromoo
Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee baga ayyaana Iid Alfaxiriin isin gahe jechuun egaa dabarsan
Bitootessa 11/2018(ENA)- Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaasee baga ayyaana Iid Alfaxir 1447ffaan isin gahe jechuun egaa dabarsaniiru.
Pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseen ergaa hawwii gaarii fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, hordoftoota amantaa Islaamaatiin baga ayyaana Iid Alfaxiriin isin gahe jedhaniiru.
Ayyaanichi kan nagaa, tokkummaa, jaalalaa fi waliif yaaduu akka ta’u hawwiisaanii ibsaniiru.