Pirezidaanti Vilaadmiir Puutiin balaa godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuunsaanii darbeef gadda itti dhagahame ibsan - ENA Afaan Oromoo
Pirezidaanti Vilaadmiir Puutiin balaa godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuunsaanii darbeef gadda itti dhagahame ibsan
Bitootessa 7/2018 (ENA)- Pirezidaantiin Ruusiyaa Vilaadmiir Puutiin balaa godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuunsaanii darbeef gadda itti dhagahame ibsan.
Pirezidaanti Puutiin pirezidaati Taayyee Atsqasillaasee fi ministira muummee doktar Abiyyi Ahimadiif ibsa gaddaa erganiin, miidhaa qaqqabetti guddaa gadduusaanii ibsaniiru.
Lammiilee, maatii fi firoottan lubbuusaanii dhabaniif jajjabina hawwaniiru.
Lammiileen miidhaan irra gahe dafanii akka bayyanatan hawwaniiru.