Tamsaasa Kallatti:

Pirezidaanti Taayyee Asqasillaasee Godina Gaamootti Balaa sigiga lafaa mudateen Miidhaa qaqqabeef gadda itti dhagahame ibsan

Bitootessa 4/2018 (ENA)- Pirezidaantiin FDRI Taayyee Asqasillaasee Naannoo kibba Itiyoophiyaa Godina Gaamoo Aanaa Gaacoo Baabbaa ganda Laakaatti, balaa Sigiga lafaa mudateen lubbuu namootaa darbee fi buqqa'iinsa gaheen gadda itti dhaga'ame ibsaniiru.

Pirezidaanti Taayyeen lammiilee Balaa Kanaan lubbuusaanii dhabaniif gadda itti dhagahame ibsuun, maatii fi firoottansaaniif jajjabina hawwaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015