Tamsaasa Kallatti:

Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiif har’a waaree booda Gamtaa Araba Imireetotaa(UAE) galaniiru.

Bitootessa 3/2018(ENA) : Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad daawwannaa hojiif har’a waaree booda Gamtaa Araba Imireetotaa(UAE) galaniiru.

Ministirri Muummee daawwannaa hojiif waaree booda Gamtaa Araba Imireetotaa(UAE) galuu isaanii waajjirri Ministira Muummee ibseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015