Ministirri Muummee doktar Abiyi Ahimad hoggantoota hojii adda addaaf muudama kennaan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee doktar Abiyi Ahimad hoggantoota hojii adda addaaf muudama kennaan
Bitootessa 2/2018(ENA): Ministirri Muummee doktar Abiyyi Ahimad hoggantoota hojii adda addaaf muudama kennaaniiru.
Muudamoota Ministirri Muummee doktar Abiyyi Ahimad Bitootessa 2, bara 2018 (A.L.I) jalqabee kennaman:
• Leetenal Jeneraal Asraat Danneeroo: Komishinara Komishinii Poolisii Finfinnee.
• Gargaaraa Komishinara Toofiq Madad: Itti-aanaa Komishinara Komishinii Poolisii Finfinnee.
• Obbo Erziiq Isaa: Itti-aanaa Komishinara Komishinii Poolisii Finfinnee ta’uun muudamaniiru.