Koriidara modeelaa ganda baadiyyaa meeshaalee naannoorraa argamaniin hojjetaman- Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimad - ENA Afaan Oromoo
Koriidara modeelaa ganda baadiyyaa meeshaalee naannoorraa argamaniin hojjetaman- Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahimad
Guraandhala 30/2018(ENA) : Naannoo Hararii aanaa Soofii ganda Burqaa keessatti koriidara ganda modeela Baadiyyaa hirmaannaa hawaasaatiin meeshaalee naannootti argamu irraa kan hojjetame dha jedhan Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.
Pirojektiin koriidara baadiyyaa, kan jiraattonni naannoo dammaqinaan irratti hirmaatan, mala ijaarsa aadaa, karoora qindaa'aa fi bu'aa qabatamaa kan agarsiise dha jedhani Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad.