Tamsaasa Kallatti:

Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimadii fi Jillisaanii   bakka kabajaa Addabaabaayii Baakuuttii fi Siidaa Injifannoorraa Sirna Abaaboo kaa’uu  raawwataniiru

Guraandhala 20/2018(ENA):- Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimadii fi Jillisaanii   bakka kabajaa addabaabaayii  Baakuuttii fi Siidaa Injifannoorraa Sirna Abaaboo kaa’uu  raawwataniiru.    

Waajjira Ministira muummee akka beeksisetti marichaan dura Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimadii fi Jillisaanii  bakka kabajaa  Baakuu fi Siidaa injifannootti  sirna Ababoo kaa’uu  raawwataniiru.


Siidaawwan kunneen  tokkummaa uummataa cimaa kan bakka  bu’u  yoo ta’u, aarsaa tokkummaa Azarbaajaaniitiif  warra  kaffalan hundaaf  kabaja guddaa qabnu  ibsuu barbaanna  jechuun waajjirichi ibseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015