Tamsaasa Kallatti:

Pireezdaanti Taayyee Asqasillaaseen pireezdaantii Israa’el Ayzaak Herzoog waliin mari’atan

Guraandhala 18/2018 (ENA): Pireezdaanti Taayyee Asqasillaaseen har’a pireezdaantii Israa’el Ayzaak Herzoog waliin mari’ataniiru.


 

Ergaa fuula exsii isaanii irratti dabarsaniin, Pirezidaantichi hariiroo biyyoota lamaanii Pirezidaantii Israa’el waliin, keessumaa hariiroo seenaa fi aadaa biyyoota lamaan gidduu jiru irratti mari’achuu isaanii ibsaniiru.

Hawaasni Beete- Israa’el riqicha biyyoota lamaan walqunnamsiisu ta’ee itti fufuu isaas hubachiisaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015