Tamsaasa Kallatti:

Ayyaanni hundeeffama wagga 65ffaa Izzii duulawwan addaa raayyaa ittisaa kabajamaa jira

Guraandhala 15/2018(ENA)- Raayyaa FDRItti Ayyaanni hundeeffama wagga 65ffaa Izzii duulawwan addaa raayyaa ittisaa Istaadiyeemii idil addunyaa Hawaasaatti dammaqinaan kabajamaa jira.

Kabajni ayyaana hundeeffamaa wagga 65ffaa Izzii duulawwan addaa kun fiigicha daandiirraan eegalameera.

Ayyaanni hundeeffamaa kun agarsiisa qilleensarraa fi komaandoo dabalatee taateewwan garagaraatiin ni kabajama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015