Waltajjiin Gumii Balal marsaa 49ffaa mata duree ''Adwaa: Injifannoo Waloo Yaadannoo Waliinii!'' Jedhuun gaggeeffamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Waltajjiin Gumii Balal marsaa 49ffaa mata duree ''Adwaa: Injifannoo Waloo Yaadannoo Waliinii!'' Jedhuun gaggeeffamaa jira
Guraandhala 13/2018(ENA)- Waltajjiin Gumiin Balal marsaa 49ffaan mata duree "Adwaa: Injifannoo Waloo Yaadannoo Waliinii!" jedhuun qindeessummaa Biiroo Komunikeeshinii fi Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin guyyaa har'aa gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi bakka hoggantoonni mootummaa, haayyoonni fi keessummoonni dhaabbilee garaa garaa irraa affeeraman argamanitti galma Waajjira Pirezidaantiitti gaggeeffamaa jira