Tamsaasa Kallatti:

Sirni awwaalchaa obbo Amaan Fissahaatsiyoon raawwatame

Guraandhala 12/2018 (ENA): Sirni awwaalchaa hundeessaa fi hoji gaggeessaa duraanii Televiizhinii EBS obbo Amaan Fissahaatsiyoon raawwatameera.

Sirnichi bakka awwaalchaa Qulqulluu Pheexiroos Waphaawuloositti maatiin, jaallattoonni, fironni, waahillan hojii isaanii, hoggantoonni mootummaa fi geggeessitoonni dhaabbilee adda addaa, akkasumas artistoonni hedduun argamanitti raawwatameera.

ObboAmaan kan bultii dhaabbatanii fi abbaa ijoollee sadii turani.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015