Tamsaasa Kallatti:

Sagantaan Yaadannoo Guyyaa Wareegamtootaa Siidaa Wareegamtoota magaalaa Finfinnee Siddisti kiilootti kabajamaa jira.

Guraandhala 12/2018 (ENA): Sagantaan Yaadannoo Guyyaa Gootota Wareegamtootaa 89ffaa Guraandhala 12, kan qabsoo diinaaf hin jilbeeffannuu abbootiin aarsaa guddaan kaffalame agarsiisudha. Siidaa Wareegamtootaa Siddisti Finfinneetti sagantaa adda addaan kabajamaa jira.


 

Haadholii fi abbootii gootota durii dabalatee keessummoonni affeeraman saganticha irratti argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015