Tamsaasa Kallatti:

Pireezdaantiin Rippaablika Turkiyyee Rajiip Xayip Erdogaan  Siidaa Injifannoo Gootota Adwaa jala abaaboo kaahan

Guraandhala 10/2018(ENA)- Har’a Pireezidaantiin Mootummaa Turkiyyee Rajiip Xayip Erdogaan, yaadannoo injifannoo Adwaa kan boonsaa ummata gurraacha hundaa ta’e daawwatanii, siidaa gootota bilisummaa ummata gurraachaaf aarsaa kaffalan jalatti abaaboo kaa’aniiru.


 

Pirezidaanti Rajiip Xayip Erdogaan dachee madda dhala namaa kan taate Itiyoophiyaa fi magaalaa keenya bareedduu Finfinneetti turtii taasiftan bu’a qabeessa akka isiniif ta’u maqaa koo fi maqaa bulchiinsa magaalichaan hawwii onneerraa madde siniifan hawwa jedhani miidiyaa hawaasummaa isaaniin egaa dabarsaniin kantiibaa adaanech abeebeeN.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015