Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Afriikaa Kibbaa Siiriil Raamaafosaa waliin marii’atan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Afriikaa Kibbaa Siiriil Raamaafosaa waliin marii’atan
Guraandhala 8/2018(ENA)-Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Afriikaa Kibbaa Siiriil Raamaafosaa waliin marii’ataniiru.
Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad ergaa fuula Miidiyaa Hawaasummaasaaniin dabarsaniin, Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afriikaa guyyaa lammataa cinaatti Pirezidaantii Afriikaa Kibbaa Siiriil Raamaafosaa waliin dhimmoota walitti dhufeenya biyyoota lamaanii cimsanirratti marii gaggeessineerra jedhaniiru.