Tamsaasa Kallatti:

Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad pirezidaantii Keeniyaa Wiiliyam Ruuttoo Wliin mari’atan

Guraandhala 8/2018 (ENA)- Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad pirezidaantii Keeniyaa Wiiliyam Ruuttoo Wliin mari’ataniiru.

Har’a pirezidaantii Keeniyaa Wiiliyam Ruuttoo waliin dhimmoota Ardii dursi kennamuu fi fedhii keenya waloorratti marii bu’a qabeessa taasifneerra jedhan ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniirratti dabarsaniin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015