Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Rippaabilika Moozaambikii Daani’eel Chaappoo waliin marii’atan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Rippaabilika Moozaambikii Daani’eel Chaappoo waliin marii’atan
Guraandhala 7/2018(ENA)-Minisrirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Pirezidaantii Rippaabilika Moozaambikii Daani’eel Chaappoo waliin misooma Magaalaarratti, Qonna, nageenyaa fi tasgabbii, dabalatee hojiiwwan dursa kennamaniif keessaa carraawwan tumsaa cimaa adda baasuuf marii gam-lamee gaggeessaniiru.
Ministirri Muummee Ergaa fuula miidiyaa hawaasummaasaaniin dabarsaniin pirezidaanticha waliin misooma Magaalaarratti, Qonna, nageenyaa fi tasgabbii, dabalatee hojiiwwan dursa kennamaniif keessaa carraawwan tumsaa cimaa adda baasuuf marii gam-lamee gaggeessineerra jedhaniiru.