Ministirri Muummee Morookoo Aziiz Akihaanooch yaa'ii Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galani - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Morookoo Aziiz Akihaanooch yaa'ii Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galani
Guraandhala 6/2018 (ENA)- Ministirri Muummee Morookoo Aziiz Akihaanooch yaa'ii Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministirri Muummichaa,wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministirri Nageenyaa Mohaammad Idriisii fi Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayee isaan simataniiru.