Pirezidaantiin mana maree pirezidaantummaa Liibiyaa Doktar Mohaammad Yenuusmaanfii Finfinnee Seenan - ENA Afaan Oromoo
Pirezidaantiin mana maree pirezidaantummaa Liibiyaa Doktar Mohaammad Yenuusmaanfii Finfinnee Seenan
Guraandhala 6/2018(ENA)-Pirezidaantiin Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa Doktar Mohaammad Yenuusmaanfii yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufaniiru.
Pirezidaantichi Buufata xiyyaaraa Idil- Addunyaa Boolee yeroo gahan Ministira Nageenyaa Mahaammad Idiriisii fi Deetaa ministira dhimmaa Alaa Ambaasaaddar Biraanuu Tsaggaayee simannaa taasisaniiru.
Yaa’iin hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan mata duree “Dhiheessii Bishaanii fulla’aa fi Sirna qulqullina nageenyisa eegame mirkaneessuu milkaa’ina galma Ajandaa 2063f ’’ jedhuun gaggeeffama”.