Tamsaasa Kallatti:

Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruuttoo yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufan

Guraandhala 6/2018(ENA)- Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruuttoon yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.


 

Pirezidaantichi wayita Buufata xiyyaaraa Idil- Addunyaa Boolee gahan Ministirri Albuudaa Injiinar Habtaamuu Taganyi simannaa taasisaniiru.


 

Yaa’iin hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan mata duree “Dhiheessii Bishaanii fulla’aa fi Sirna qulqullina nageenyisa eegame mirkaneessuu milkaa’ina galma Ajandaa 2063f’’ jedhuun gaggeeffama” .


 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015