Ministirri Muummee Kaameroon Doktar Jooseef Diiyoon Nigutee Finfinnee galan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee Kaameroon Doktar Jooseef Diiyoon Nigutee Finfinnee galan
Guraandhala 6/2018(ENA)–Ministirri Muummee Kaameroon Doktar Jooseef Diiyoon Nigutee yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afriikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufaniiru.
Ministirri Muummee kun Buufata xiyyaaraa Idil- Addunyaa Boolee yeroo gahan Deetaan minisira dhimma Alaa Ambaasaaddar Biraanuu Tsaggaayee simannaa taasisaniiru.
Hoggantoonni yaa’ii kanarratti hirmaatan magaalaa guddoo Afrikaa Finfinnee dhufaa jiru.