Tamsaasa Kallatti:

Pirezidaantiin Laayibeeriyaa Josef Niiyumaa Bokaayii Finfinnee dhufan

Guraandhala 6/2018(ENA)- Pirezidaantiin Laayibeeriyaa Josef Niiyumaa Bokaayii yaa’ii hoggantoota gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufaniiru.

Ministirri pilaanii fi misoomaa doktar Fitsum Asaffaa buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun pirezidaanticha simataniiru.

Yaa’iin hoggantootaa 39ffaan mata duree “dhiheessii Bishaanii fulla’aa fi Sirna qulqullina nageenyisa eegame mirkaneessuu milkaa’ina galma Ajandaa 2063f’’ jedhuun sanbataa fi dilbata dhufu ni gaggeeffama.

Hooggantoonni yaa’icharratti hirmaatan Finfinnee dhufaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015