Tamsaasa Kallatti:

Ministirri Muummee saa’oo Toomee fi pirinsipee Ameriko dii Oliivera dos Ramos Finfinnee dhufan

Guraandhala 6/2018 (ENA)- Ministirri Muummee saa’oo Toomee fi pirinsippee Ameriko dii Oliivera dos Ramos yaa’ii hoggantoota gamtaa Afriikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.


 

Pirezidaantichi buufata xiyyaaraa Idil- Addunyaa Boolee yeroo gahan minisirri fayyaa Doktar Maqdas dhaabaa simannaa taasisaniiru.


 

Yaa’iin hoggantootaa 39ffaan mata duree “dhiheessii Bishaanii fulla’aa fi Sirna qulqullina nageenyisa eegame mirkaneessuu milkaa’ina galma Ajandaa 2063f’’ jedhuun sanbataa fi dilbata dhufu ni gaggeeffama.

Hoggantoonni yaa’ii kanarratti hirmaatan magaalaa guddoo Afrikaa Finfinnee gala jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015