Pirezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhuu Hasan yaa’ii hoggantootaa gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufan - ENA Afaan Oromoo
Pirezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhuu Hasan yaa’ii hoggantootaa gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufan
Guraandhala 5/2018(ENA)- Pirezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhuu Hasan yaa’ii hoggantootaa gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufaniiru.
Ministirri hojii fi ogummaa Mufarihaat Kaamil buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun pirezidaantittii simataniiru.
Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 39ffaan mata duree “dhiheessii bishaanii egeree fi sirnoota eeguma qulqullinaa nageenyisaa eegame mirkaneessuun, milkaa’ina galmoota ajandaa 2063’f” jedhuun gaggeeffama.
Hoggantoonni yaa’icharratti hirmaatan magaalaa Afriikaa kan taate Finfinnee dhufaa jiru.