Tamsaasa Kallatti:

Itti Aantuun Ministira Muummee Leesotoo Nitoomengi Majaaraa yaa’ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru

Guraandhala 5/2018(ENA)- Itti Aanaan Ministira Muummee Leesotoo Nitoomengi Majaaraa yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.


 

Itti Aantuun Ministira Muummee kun Buufata Xiyyaaraa Idil- Addunyaa Boolee yeroo ga’an Ministirri hojii fi ogummaa Mufarihaat Kamiil simannaa taasisaniiru.

Yaa’iin Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan mata duree “ dhiheessii Bishaanii fulla’aa fi Sirna qulqullina nageenyisa eegame mirkaneessuu milkaa’ina galma Ajandaa 2063f ’’ jedhuun gaggeeffama.


 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015