Tamsaasa Kallatti:

Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Shaakkisoo eegalame

Amajjii 28/2018 (ENA)- Lafa heektaara 124 tuqaa 5 irratti kan ijaaramu buufanni Xiyyaaraa Shaakkisoo har’a ifatti eegalameera.

Pirezidaantiin naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa, hojii raawwachiisaan olaanaa daandii qilleensaa Itiyoophiyaa Masfin Xaasoo, hojii raawwachiisaan olaanaa garee invastimantii Miidirook Jamaal Ahimad akkasumas hooggantoonni federaalaa fi naannoo fi godina Gujii akkasumas abbootiin Gadaa saganticharratti argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015