Tamsaasa Kallatti:

Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad gaaffiiwwan miseensota Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataarraa ka’aniif deebii fi ibsa kennuu eegalaniiru


Amajjii 26/2018(ENA)- Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad gaaffiiwwan miseensota Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataarraa ka’aniif deebii fi ibsa kennuu eegalaniiru.

Manni maree bakka bu’oota ummataa 6ffaa Walga'ii idilee 10ffaa bara hojii 5ffaa bakka Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad argamanitti gaggeeffamaa jira.

Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad raawwii hojii baatii ja’aa mootummaa Federaalaa bara baajataa 2018 ilaalchisuun gaaffiiwwan adda addaa Miseensota mana maree bakka bu’ootaa ummataarraa dhihaateef deebii fi ibsa kennaa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015