Ministirri Muummee doktar Abiyyi Ahimad pirezidaantii Jibutii Ismaa’el Omaar Giilee fi pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud Jigjigaatti simatan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee doktar Abiyyi Ahimad pirezidaantii Jibutii Ismaa’el Omaar Giilee fi pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud Jigjigaatti simatan
Amajjii 23/2018(ENA)- Ministirri Muummee doktar Abiyyi Ahimad pirezidaantii Jibutii Ismaa’el Omaar Giilee fi pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud Buufata Xiyyaaraa Jigijigaatti har’a ganama simachuusaanii waajjirri Ministira Muummee beeksiseera.