Tamsaasa Kallatti:

Baankonni meeshaalaa alaa galan filatamanirratti gatii Gumuruukaa akka gatii agarsiiftuutti fayyadamuu qabu

Amajjii 17/2018(ENA)- Baankonni meeshaalaa alaa galan filatamaniif gatii Gumuruukaa akka gatii agarsiiftuutti fayyadamuu akka qaban baankiin biyyaalessaa beeksise.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015