Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad ministira dhimma alaa Rippaabiliikii Jarman Jo’aan Wadfuul waliin mari’atan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad ministira dhimma alaa Rippaabiliikii Jarman Jo’aan Wadfuul waliin mari’atan
Amajjii 14/2018 (ENA)- Ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad ministira dhimma alaa Rippaabiliikii Jarman Jo’aan Wadfuul waliin mari’ataniiru.
Ministira dhimma alaa Jarman Jo’aan Wadfuul waliin tumsa Itiyoophiyaa fi Jarman jidduu jiru caalaatti cimsuun haala danda’amurratti marii bu’a qabeessa taasisuusaanii ministirri muummee doktar Abiyyi Ahimad ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.