Tamsaasa Kallatti:

Guutuu biyyattiitti  Taabonni gara bakkasaa kabajaatti deebi’aa jira

 Amajji11/2018(ENA)- Guyyaa kaleessaa  Ayyaana Kataraaf  Waldaalee Amantaa Kiristaanaatii bahee  gara bakka Cuuphaatti Taabotoonni bahanii turan, Sirna Cuuphaa raawwachuun  gara bakka kabajaasaaniitti  deebi’aa jiru.


 

MagaalaaFinfinnee,Gondar,Baatuu,Gmbeellaa,Adaamaa, Harar,DirreeDawaa, Maqalee, Dasee, Aarbaamincii fi  magaalota birootti  Taabotoonni Lubootaan,Daaqonootaa fi  barattoota  dilbataan faaruu fi sirnoota adda addaan hordoftoota Amantichaan kabajaan  gara teessoosaatti  deebi’aa jiru.


 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015