Tamsaasa Kallatti:

Ayyaanni Cuuphaa naannoo Oromiyaa  bakkeewwan  Adda addaatti karaa duudhaa isaa eeggateen kabajamaa jira.

 Amajji 11/2018(ENA)- Ayyaanni Cuuphaa Godinalee Oromiyaa Adda Addaatti haala duudhaasaa eegeen kabajaamaa jiraachuun ibsamera.

Godina shawaa  kaabaa Aanaalee Godinichaa hundattii bakka hordoftoonni Amantichaa  hedduun bakka argamanitti  sirna ho’aan kabajamaa jira.


 

Godina shawaa Bahaa  Magaalaa Maqii fi Aanaa Dugdaa, Godina shawaa  kaabaa Aanaalee Godinichaa hundattii fi Godina Horroo Guduruu wallaaggaa Magaalaa Shaanbuutti ,   bakka hordoftoonni Amantichaa  hedduun  addaa argamanitti  sirna ho’aan kabajamaa jiraachuu waajjirri koomunikeshinii Godinaalee gabaasananiiru.


 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015