Doktar Abiy Ahimad Magaalaa Miizaan Amaan dhaqani - ENA Afaan Oromoo
Doktar Abiy Ahimad Magaalaa Miizaan Amaan dhaqani
Ministirri Muummee FDRI doktar Abiyyi Ahimad Magaalaa Miizaan Amaan dhaqaniiru.
Doktar Abiyyi Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Buufaxa Xiyyaaraa Miizaan Amaan haaraa xumuraa jiru gahaniiru.