Manni marichaa muudama abbootii murtii kaadhimamtootaa mana murtii olaanaa federaalaa 34 raggaase - ENA Afaan Oromoo
Manni marichaa muudama abbootii murtii kaadhimamtootaa mana murtii olaanaa federaalaa 34 raggaase
Mudde 28/2018 (ENA)- Manni marii bakka bu’oota ummataa muudama abbootii murtii kaadhimamtootaa mana murtii olaanaa federaalaa 34 raggaaseera.
Manni marichaa walgahii idilee 8ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessera.
Walgahii gaggeesseen muudama abbootii murtii mana murtii olaanaa federaalaa 34 ilaaluun sagalee caalmaan raggaaseera.