Tamsaasa Kallatti:

“Hayyuun eenyu dha?”

Hayuun nama miiraan oofamu miti.


 

Ibsituuwwan Hayyuu:-

• Yaada kan kabajuu fi jaallatu


 

• Gad-fageenyaan kan xiinxaluu fi baay’ee kan gaafatu

• Kan dubbisuu fi kan ibsu

• Rakkoo kan hiikuu fi furmaata kan kennu


 

Sirna kabajaa Yunvarsiitii Finfinnee wagga 75ffaa irratti cuunfaan

yaada kiyyaa kanarratti xiyyeeffata.

Ministira Muummee doktar Abiyyi Ahimad

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015