Tamsaasa Kallatti:

Itti aanaan Ministira Muummee Tamasgeen Xurunaa bara haaraa Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsani.

 

Mudde 23/2018(ENA)- Itti aanaan Ministira Muummee Tamasgeen Xurunaa bara haaraa Faranjootaa bara 2026 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Itti aanaan Ministira Muummee ergaa isaaniin namoota bara haaraa kana addunyaa guutuutti kabajan hundaa fi hawaasa addunyaa guutuuf barri haaraan kuni kan gammachuu fi nageenyaa akka ta’uufii hawwaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015