Tamsaasa Kallatti:

Doktar Abiyyi Ahimad Ayyaana bara haaraa Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan.

 

Mudde 23/2018 (ENA) – Ministirri Muummee FDRI Doktar Abiyyi Ahimad Ayyaana bara haaraa Faranjootaa bara 2026 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Doktar Abiyyi Ahimad michuuwwanii fi hiriyyoota keenya hundaaf barri haaraan bara gaarii akka ta'uun hawwa jedhaniiru ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015