Tamsaasa Kallatti:

Pirezidaanti Taayyeen Ayyaana Gannaa Faranjootaa ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan 

Mudde 16/2018(ENA)- Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee Ayyaana Gannaa Faranjootaa    ergaa hawwii garrii baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Ergaasaaniin, Guutuu Addunyaatti Ayyaana gaannaa kan kabajan hundaaf hawwii gaarii qabaniif ibsaniiru.

Ayyaanichi, kan gammachuu fi kan eebbaa akka ta’uuf hawii gaarii qaban ergaasaaniin dabarsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015