Tamsaasa Kallatti:

Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Ayyaana Gannaa Faranjootaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsan

Mudde16/2018(ENA)– Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad Ayyaana Gannaa Faranjootaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.


 

Ministirri Muummee Ergaa fuula Miidiyaa Hawaasummaasaaniin dabarsaniin Addunyaa  guutuutti  Maatiiwwan Itiyoophiyaa Ayyaana Gannaa   kabajan hundaaf  Ayyaana gaarii akka  isaaniif ta’u  hawwii qaban ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015