Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruuttoo daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan - ENA Afaan Oromoo
Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruuttoo daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan
Mudde 14/2018 (TOI)- Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruuttoo daawwannaa hojiif har’a Finfinnee dhufaniiru.
Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad pirezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruuttoo daawwannaa hojii guyyaa tokkoof Finfinnee dhufan simachuusaanii waajjirri ministira muummee beeksiseera.