Hariiroon seenaa qabeessa yeroo dheeraa Itiyoophiyaa fi Hindi itti fufa -Ministira Muummee doktar Abiyyi Ahimad - ENA Afaan Oromoo
Hariiroon seenaa qabeessa yeroo dheeraa Itiyoophiyaa fi Hindi itti fufa -Ministira Muummee doktar Abiyyi Ahimad
Mudde 8/2018(TOI) - Hariiroon Michummaa Seenaa qabeessi yeroo dheeraa Itiyoophiyaa fi Hindi cimee akka itti fufu Ministirri Muummee doktar Abiyyi Ahimad ibsan.
Ministirri Muummee doktar AbiyyiAhimad fuula Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Ministirri Muummee Hindii Naareendiraa Moodiin Itiyoophiyaa deebi’anii lammata akka daawwatan abdiin qaba jedhaniiru.
Hariiroon seenaa qabeessi, aadaa fi dippiloomaasiin Itiyoophiyaa fi Hindi itti fufinsaan cimee akka itti fufu ibsaniiru