Tamsaasa Kallatti:

Boordichi taajjabdoota Biyya keessaa 45n filannoo waliigalaa 7ffaa taajjabaniif ragaa beekamtii kenneera.

Mudde 7/2018 (TOI)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa taajjabdoota filannoo waliigalaa 7ffaa taajjabanii fi ulaagaa warra guutaniif waraqaa ragaa kennuu beeksiseera.

Boordichi ammaan dura adeemsa galmee taajjabdootaa si’ataa, gurmaa’insa ragaasaa ammayaa’aa gochuuf leenjii kaayyyeffate kennuunsaa ni yaadatama .

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015