Naannoon Oromiyaa guyyaa sabootaa, sab-lammootaa fi ummattootaa Itiyoophiyaa 21ffaa ni keessummeessa - ENA Afaan Oromoo
Naannoon Oromiyaa guyyaa sabootaa, sab-lammootaa fi ummattootaa Itiyoophiyaa 21ffaa ni keessummeessa
Sadaasa 29/2018 (TOI)- Naannoon Oromiyaa guyyaa sabootaa, sab-lammootaa fi ummattootaa Itiyoophiyaa 21ffaa akka keessummeessu filatameera.
Haala Kanaan guyyaan sabootaa, sab-lammootaa 21ffaan magaalaa Jimmaatti akka kabajamu ibsameera.
Pirezidaantiin naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa alaabaa qophichaa bulchaa naannoo jiddugaleessa Itiyoophiyaa Dr. Indaashaawu Xaasoo harkaa fudhataniiru.