Tamsaasa Kallatti:

Guyyaan sabootaa, sab-lammootaa fi ummattootaa bakka Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad argamanitti magaalaa Hosaa’inaatti kabajamaa jira

Sadaasa 29/2018(TOI)- Guyyaan sabootaa, sab-lammootaa fi ummattootaa 20ffaan bakka Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad argamanitti magaalaa Hosaa’inaatti kabajamaa jira.


 

Kabajni ayyaanaa kun mata duree “waliigalteen demokiraatawaan tokkummaa sab-daneessummaaf” jedhuun kabajamaa jira.

Ministira muummee Dr Abiyyi Ahimad dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon federaalaa fi naannolee, bulchitoonni naannolee, kantiibonni bulchiinsa magaalotaa fi kanneenn biroon kabaja ayyaanaa kanarratti argamaniiru.


 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015