Guyyaan sabootaa, sab-lammootaa fi ummattootaa Itiyoophiyaa 20ffaan kabajamaa jira - ENA Afaan Oromoo
Guyyaan sabootaa, sab-lammootaa fi ummattootaa Itiyoophiyaa 20ffaan kabajamaa jira
Sadaasa 29/03/2018(TOI)-Guyyaan sabootaa,sab-lammootaa fi ummattootaa Itiyoophiyaa 20ffaan Naannoo giddu gala Itiyoophiyaa Magaalaa Hosaa’inaatti kabajamaa jira.
Ayyaana Mata duree “walii gatee dimokiraatawaan tokkummaa sab-daneessummaaf “ jedhuun kabajamaa jirurratti hoggantoota olaanoo mootummaa dabalatee keessummoonni hedduun argamaniiru.
Ayyaanichi Itiyoophiyaanota hunda kan walitti Hidhu, faayidaa biyyoolessaarratti walii galtee waloo uumuun imala bayyanachuu Itiyoophiyaatiif haala mijataa kan uumu ta’uun ibsameera.