Tamsaasa Kallatti:

Sadarkaa Naannoo Amaaraatti sagantaan cufiinsaa Guyyaa sabaa, sablammootaa fi ummattootaa gaggeeffamaa jira

Sadaasa 24/2018(TOI )-Sadarkaa Naannoo Amaaraatti sirni cufinsaa guyyaan sabaa, sab-lammootaa fi uummattootaa Itiyoophiyaa 20ffaan Magaalaa Dabra Biraanitti gaggeeffamaa jira.

Sirni xumuraa kun mataduree “ Waliigaltee Dimokiraatawaa tokkummaa sabdaneessummaaf “ jedhuun gaggeeffamaa jira.


Saganticharratti Afa yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Aganyoo Tashaagar, Afayaa’iin Mana Maree Naannoo Amaraa Faantuu Tasfaayee, Afayaa’iin Caffee Oromiyaa Sa’aadaa Abdurahimaan, Afayaa’iin Mana Maree Naannoo Affaar Asiyaa Kamaal, Afayaa’iin Mana Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Buzeenaa Alkadir akkasumas hoggantoonni olaanoon Federaalaa fi Naannoo argamaniiru.


 

 

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015