Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ambaasaaddar Batree Mangistuu de'eetaa ministiraa hogganaa waajjira addaa ministira muummee gochuun muudan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad ambaasaaddar Batree Mangistuu de'eetaa ministiraa hogganaa waajjira addaa ministira muummee gochuun muudan
Sadaasa 22/2018(TOI)-Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad Sadaasa 23 bara 2018 irraakaasee ambaasaaddar Batiree Mangistuu de'eetaa ministiraa hogganaa waajjira addaa ministira muummee gochuun muudaniiru.