Tamsaasa Kallatti:

Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad pirezidaantii Kaaf doktar Paatriis Motsiipii waliin mari’ataniiru

Sadaasa 14/2018(TOI)- Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad pirezidaantii Kaaf doktar Paatriis Motsiipii waliin mari’ataniiru.

Ministirri muummee ergaa fuula miidiyaa hawaasummaasaaniirratti dabarsaniin, Kubbaa miilaa Afriikaa fi  qooda Itiyoophiyaan guddina isaarratti qabdu marii bu’a qabeessa gooneerra jedhaniiru.

Akkasumas guddina dargaggootaaf, bu’ura misoomaa Ispoortii akkasumas kubbaa miilaa Afriikaa waltajjii Addunyaarratti guddisuuf tumsa Itiyoophiyaan Kaaf wliin qabdu mari’achuusaanii ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015