Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad barreessaa olaanaa Dh.M.G Antooniyoo Gutareez waliin mari’ata - ENA Afaan Oromoo
Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad barreessaa olaanaa Dh.M.G Antooniyoo Gutareez waliin mari’ata
Sadaasa 14/2018(TOI)- Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez waliin mari’ataniiru.
Mariin taasisanis hariiroo gama hedduu cimsuuf akkasumas kanneen akka eegumsa haala qilleensaa, nageenya,a fi tasgabbii, misooma fulla’aa dhimmoonnoi idil addunyaa waloo haala cimanirratti kan xiyyeeffate akka ture ibsaniiru.
Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad, Itiyoophiyaan ‘COP 32’ biyya qopheessitu ta’uusheetiin deeggarsa taasifamuu qabus barreessaa olaanaa kana waliin mari’achuusaanii ergaa miidiyaa hawaasummaasaaniirratti barreessaniin ibsaniiru.