Tamsaasa Kallatti:

Fiigichi Guddichi Itiyoophiyaa gaggeeffamaa jira

Sadaasa 14/2018 (TOI)- Fiigichi Guddichi Itiyoophiyaa 25ffaan km. 10nii gaggeeffamaa jira.

Dorgommiin fiigichaa kun mata duree “Biyyi km. 10n ni miidhagdi” jedhuun namoonni kuma 55 kan irratti hirmaatan dorgommiin daandiirraa ka’umsii fi xumurrisaa addababayii Masqalaa ta’uun gaggeeffamaa jira.

#Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa #TOI

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015