Magaalaan Finfinnee fi magaalaan Kuwaalaa Laampur sanada waliigaltee obbolummaa mallatteessan - ENA Afaan Oromoo
Magaalaan Finfinnee fi magaalaan Kuwaalaa Laampur sanada waliigaltee obbolummaa mallatteessan
Sadaasa 11/2018(TOI)-Bulchiinsa magaala Finfinnee fi magaalaa Maaleezyiyaa Kuwaalaa Laampur jidduutti waliigalteen mallatteeffamuu Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan.
Walii galteen kun ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad fi ministirri muummee federeeshinii Maaleezyiyaa Daatoo Serii Anwaar Biin Ibraahim bakka argamanitti mallatteeffamuusaa Kantiinaa Adaanech Abeebee ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniirratti dabarsaniin ibsaniiru.